Ministirri Muummee doktar Abiy Ahimad Godina Jimmaa aanaa Geeraatti daawwannaa hojii misooma taasiisaa jiru

111

Finfinnee, Gurraandhala 5, 2014 (TOI) – Jilli Ministira Muummee FDRI doktar Abiy Ahimadiin durfamu Godina Jimmaa aanaa Geeraatti Ooyruu qonnaan bulaa daawwachaa jiraachuu ibsameera.

Jilli kun misooma qamadii jallisiin misoomaa jiru daawwataa jira.

Jila kana waliin Pireezidaanti mootummaa Naanno Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa dabalate hoggantoonni olaanoo fedeeraalaafi naannoo argamaniiru.
@OBN

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015