Pireezdaant Shimallis Mana Barnootaa Ifaa Boruu magaalaa Gaambeellaatti ijaaramuuf dhagaa bu’uuraa kaa’an.

65

Gurraandhala 4/2014 (TOI) – Pireezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan Mana Barnootaa sadarkaa 2ffaa Ifaa Boruu magaalaa Gaambeellaatti ijaaramuuf dhagaa bu’uuraa kaa’aniiru.

Manni Barnootaa kun Birrii miiliyoona 79 oliin kan ijaarramuu ta’uu ibsameera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015