Yunvarsiitiin Waldiyaa Wiixata dhufuu barattoota simatee barsiisuu ni eegala

51

Gurraandhala 01/2014(TOI) - Yunvarsiitiin Waldiyaa Wiixata dhufuu barattoota simatee barsiisuu kan eegaluu ta’uu Pireezdaantiin Yunvarsiicha Doktar Abbabaa Girmaa ibsaniiru.

Garee shororkeessaa ABUT ’n saamichiifi miidhaan qarshii biliyoona jahatti tilmaamamu irra kan gahe yunvarsiitichi, hojiin deebisanii dhaabuufi suphuu raaw’atamuun Wiixata dhufu Guraandhala 7 bara 2014 irraa eegalee barattoota simatee hojii baruufi barsiisuu ni eegala jedhan.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015