Hoggantoota Afrikaa Yaa’ii Hogganttoota Gamtaa Afrikaa 35ffaa hirmaachaa turanii gara biyyaatti deebi'aa jiraniif geeggeessan taasifamaa jira.

134

Amajji 30/2014- Hoggantoota Afrikaa Yaa’ii Hogganttoota Gamtaa Afrikaa 35ffaa hirmaachaa turanii gara biyyaatti deebi'aa jiraniif geeggeessan taasifamaa jira.

Haaluma kanaan, Yaa’ii Hogganttoota Gamtaa Afrikaa 35ffaa kan hirmaachaa turan keessaa, Pirezidaantiin Zimbaabuwee Emersen Minaangawaanga,Pirezidaantii Naajeeriyaa Muhamaduu Buhaarii gara biyya isaaniitti deebi’aniiru.

Ministirri Bishaaniifi Inarjii Dr. Injinar Habtamuu Ittafaa, Deetaa Ministira Dhimma Alaa Ambaasaaddara Birtukaan Ayyaannoofi Hoggansi olaanoo Ministeera Dhimma Alaa biroo sirna gaggeessaa kanarratti argamaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015