Dura Taa'aan Gamtaa Afrikaa yeroo ammaa fi Pireezedaantiin Rippaablika Koongoo Filiksi Shisekedii Finfinnee galaniiru.

72

Amajji 27/2014(TOI) - Dura Taa'aan Gamtaa Afrikaa yeroo ammaa fi Pireezedaantiin Rippaablika Koongoo Filiksi Shisekedii Finfinnee galaniiru.

Pireezidaanti Shisekeediin, Yaa'ii Gamtaa Afrikaa 35ffaa taa'amurratti hirmaachuuf Finfinnee galan.

Wayita Buufata Xiyyaaraa Idil-Addunyaa Boolee gahanis Ministira Pilaaniifi Misoomaa Doktar Fitsuum Asaffaafi aanga'oota Itiyoophiyaa biroon simatamaniru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015