Maqaan Kaadhimamtoota Komishinara Komishinii maree biyyaalessaaf eeramanii 42 ifoome

85

Amajjii 27/2014 (TOI) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa ummanni yaada akka itti laatuuf maqaa Kaadhimamtoota Komishinara Komishinii maree biyyaalessaa 42 ifoomse.

Haaluma kanaan :-

  1. Dooktar Baddiluu Waaqjiraa

2.Proofeesar Afawarqi Baqqalaa Simanyi,

  1. Obbo Zagayyee Asfaaw Abdii,
  2. Ambaasaaddar Taaddalach Hayilemikaa’eel
  3. Proofeesar Xilahuun Tashoomaa,
  4. Obbo Hayilee Gabree Sulee
  5. Proofeesar Baayyee Yimaam,
  6. Dooktar Samiir Yeesuuf,
  7. Dooktar Abdiisaa Zaraay Beemaanoo,
  8. Proofeesar Haabtaamuu Wandimmuu,
  9. Obbo Gammachuu Duubbisoo Guddinaa,
  10. Obbo Saamu’eel Xaasow Tafarraa.
  11. Ambaasaaddar Mu’iiz Gabrahiyiwat Waldasillaasee,

14.Obbo Ahimad Huseen Mahaammad,

  1. Proofeesar Masfin Aarayaa,
  2. Dooktar Abarraa Dheereessaa,
  3. Aadde Hiruut Gabrasilaasee Odaa
  4. Ambaasaaddar Mahaammad Diriir,
  5. Obbo Nigusuu Akliilu,
  6. Proofeesear Yaa’iiqoob Arsaanoo,
  7. Obbo Tasfaayee Habiisoo,

22.Dooktar Ayifoorit M/Diyaasin

  1. Proofeesar Kiflee Waldamikaa’eel Hajatoo,

24.Dooktar Tagenye Warqi Geexuu Mangashaa,

  1. Proofeesar Kaasahuun Birihaanuu Alamuu,
  2. Obbo Abaataa Kishoo Horaa,
  3. Dooktar Daawwiit Yoohaannis,
  4. Proofeesar Hizqiyaas Asaffaa,
  5. Dooktar Taakkalaa Sabbooqaa,
  6. Injiinar Geetuhuun Huseen Shikur,

31.Proofeesar Baqqalaa Guutamaa Jabeessaa,

  1. Proofeesar Daani’eel Qixaw,

33.Aadde Zanabawarq Taaddasaa Maarqoos,

  1. Obbo Ibraahiim Muluushawaa Isheetee,
  2. Proofeesar Zakaariyaas Qana’aa Tasgaraa,
  3. Obbo Malaakuu Waldamaariyaam,
  4. Dooktar Yoonaas Adahee,

38.Dooktar Wadaajoo Waldagiyoorgis

39.obbo Andaargaachow Asaggid,

  1. Dooktar Mulgeetuu Aragaawwii,
  2. Dooktar Naggaallinyi Birihaanuu Baayyee
  3. Looreet Proofeesar Xirusaw Tafarraa ta’uu isaanii manni marichaa ifoomseera.

Akkaatuma kanaan namoonni yaada qaban har’aa eegalee hanga Gurraandhala 1, 2014tti yaada isaanii karaa Fuula Mana Marichaa http://www.hopr.gov.et/am/web/guest/dialog-candidate laachuu kan danda’an ta’uu ibseera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015