Pirezidaantiin Maalii Finfinnee galan.

55

Amajji, 26/2014(TOI) - Pirezidaantiin Maalii Laazaarus Chakiiweeraan yaa'ii hoggantoota gamtaa Afrikaa 35ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee galan.

Pirezidaantichi Finfinnee yeroo gahan Ministeerri Aadaa fi Ispoortii Qajeelaa Mardaasaa, Deetaa minsteera dhimma alaa Burtukaan Ayyaanoo fi hoggantoonni mootummaa biroon simannaa taasisaniifiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015