Obbo Dammaqaa Mokonniin ministira dhimma alaa Kaameeruun waliin mari'atan.

48

Amajji,25/2014(TOI) -Itti aanaan ministira muummee fi ministirri dhimma alaa FDRI obbo Dammaqaa Mokonniin Minstira dhimma alaa Kaameeruun Leejehun Mibeella Mibeellaa waliin mari'ataniiru.

Yaa'ii mana maree hoji raawwachiiftoota gamtaa Afrikaa cinaati wal arganii kan mari'ataan hoggantoonni lamaan, walitti dhufeenya biyyoota lameenii caalaatti cimsuu haala danda'amurratti mari'ataniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015