Ministiroonni biyyoota Zimbaabuwee, Saa'ootomee fi Pirnisppee Finfinnee galan.

61

Amajji, 23/2014(TOI) - Yaa'ii mana maree hojii raawwachiiftoota Gamtaa Afrikaa 40ffaarratti hirmaachuuf Ministirri dhimma alaa Zimbaabuwee Federikii Misiwaa Shavaa fi Ministirri dhimma alaa Saa'ootomee fi Pirinsippee Editee Ramoosaa da Kostaa Tenju'aa kaleessa Finfinnee galan.

Buufata xayyaara idil addunyaa Boolee yeroo isaan gahanis Minsteera dhimma alaatti jenerala dareektariin dhimma Pirotokoolii Faayiseel Aliyii simataniiru.

Yaa'ii mana maree hojii raawwachiiftoota Gamtaa Afrika 40ffaan Roobii fi Kamisaa dhufu geggeeffama.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015