Jilli Pireezedaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaatiin durfamu aanaa Adaamaatti qamadii jallisii misoome daawwate .

59

Amajji 22/2014(TOI) - Jilli Pireezedaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaatiin durfamu aanaa Adaamaatti qamadii jallisii misoome daawwate .

Jilli Preezdaantii naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Shawaa Bahaa Aanaa Adaamaa Ganda Waaqee Mi'aa Xiyyootti qamadiin jallisiin misoome daawwateera.

Godina Shawaa Bahaa Aanaa Adaamaa Ganda Waaqee Mi'aa Xiyyootti lafa heektaara 641 irratti qamadiin jallisiin misoomaa jira.

Misooma qamadii jallisii kana irrattis qonnaan bultoonni 826 kilaasteraan gurmaa'anii hojjechaa jiru jedhame.

Misooma qamadii jallisii marsaa duraa Ganda Waaqee Mi'aa Xiyyoo kanas Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamuun daawwatameera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015