Doktar Abiy Ahimad daawwannaa hojiif Abudaabii galan

45

Amajjii 21/2014 (TOI)- Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad daawwannaa hojiif Emmireetoota Arabaa Gamtoomanii Abudaabii galaniiru.

Doktar Abiy Ahimad wayita Abudaabii ga’aan Emmireetoota Arabaa Gamtoomaniitti itti aanaan ajaja waliigalaa raayyaa ittisa biyyaa Mahaammad Biin Zaaydiin Al Naahiyaan simannaa taasisaaniifiru.

Hoggantoonni lamaan hariiroo biyyoota lamaanii dhimmoota cimsuu danda’aan irratti mari’ataniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015