Manni Marichaa baajata dabalataa Birrii biiliyoona dhibba 1 fi biiliyoona 22 raggaasiise.

118

Amajjii 20/2014 (TOI)-Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa baajata dabalataa mootummaan dhiyaatee Birrii biiliyoona dhibba 1 fi biiliyoona 22 raggaasiiseera.

Mootummaan Federaalaa bara baajata 2014tti wixinee labsii sirreeffamaa baajata dabalataa fi uwwisa baasii yaada mormii 9, sagalee caalmaa fi yaada hin laannee torbaan raggasiseera.

Manni marichaa walga’ii addasaan wixinee labsii inshuraansii fayyaa hawaasa qoratee sagalee caalmaan gara koree dhaabbii ilaallatuuf qajeelcheera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015