Pirezidaanti Saahilewaariq Zawudee namoota adda adaaf muudama Abaasaadarummaa kennan.

89

Amjjii 18/2014- Pirezidaant Saahilewarqi Zaawdee heera mootummaa keeyyata 71 keeyyata xiqqaa 3 bu'uureffachuun namoota garaa garaaf Muudama Ambaasaaddarummaa guutuu fi Ambaasaaddarummaa kennan.

Haaluma Kanaan:-

1.Obbo Tafarraa Darriboo

2.Obbo Dassee Daalkee

3.Dr.Silashii Baqqalaa

4.Jeneraal Baacaaa Dabalee

5.Jeneraal Hassan Ibiraahim

6.Aadde Shittaayee Minaalee

7.Pirofeessar Fiqaaduu Bayyanaa

8.Obbo Rashaad Mahaammad

9.Ambaasaaddar Jamaal Bakar

10.Obbo Feeyisil Aliyyii

11.Obbo Isaayyas Gootaa

12.Obbo Tsaggaa'ab Kibabaawu

13.Obbo Xaafaa Tulluu

14.Dr. Dagginnat Tashoomaa

15.Obbo Dhaabaa Dabalee fi

16.Obbo Fiqaaduu Bayyanaa
Ambaasaaddarummaa guutuun muudamaniiru.

Akkasumas,

1.Obbo Asaayyee Alamaayyoo

2.Obbo Hayilaayi Birhaanee

3.Obbo Awwal Wagiris

4.Aadde Buzunash Masarat

5.Obbo Aantenah Taarikuu

6.Obbo Akliluu Kabbadaa

7.Obbo Sayid Mohaammad

8.Obbo Yooseef Kaasaayee

9.Obbo Zalaalam Birihaan

10.Aadde Furtuunaa Dibaakoo fi

11.Obbo Warqaalammaa Dastaa Ambaasaaddarummaan Muudamuusaanii Ragaan Waajjira Pirezidaantiirraa arganne ni mul'isa.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015