Yerodhaaf dhiheessii Konkolaatota bishaan dhiheessaan, Nyaata, Nyaata beelladaafi qorichoota baay'ee barbaachisoo ta'anii caalaatti ni dhiheesina - MM Abiy Ahimad

53

Amajji,17/2014(TOI) - Yerodhaaf dhiheessii Konkolaatota bishaan dhiheessaan, Nyaata, Nyaata beelladaafi qorichoota baay'ee barbaachisoo ta'an caalaatti ni daballa jedhan. Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad.

Doktar Abiy Ahimad naannoo Somaaleetti sababa hongeetiin lammilee buqqa'anii gargaarisii taasifamaafi jiru keessaa tokko kan ta'e Qabirbayaatti argamuun har'a ganama daawwachuu karaa miidiyaa hawaasaa himaniru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015