Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahmad Joo Baayidan wajjin bilbilaan mari’atan

130

Amajji,2/2014(TOI) - Ministirri Muummee Doktar Abiyiy Ahmad Pirezdaantii Ameerikaa, Joo Baayidan wajjin bilbilaan dhimmoota haala yeroo biyyaalessaa, hariiroo biyyoota lameeniifi naannawwaarratti mari’ataniiru.

Mariisaaniin hariiroo walkabajuufi faayidaa waloorratti hundaa’e cimsuuf waliigaluusaanii karaa fuula feesbuukiisaanii ibsaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015