Ayyaanni bara haaraa Halaabaa Seeraan kabajamaa jira

64

Amajjii 1, 2014 (TOI) - Ayyaanni bara haaraa Halaabaa Seeraan sirnootaa garaagaraan kabajamaa jira.

Ayyaannichi eenyummaa sabichaa beeksiisuu, dhimmoota hawaasaa, diinagdee fi siyaasaa sabichaa ummattoota biroof beeksiisuuf faayidaa qabaachuu ibsameera.

Ayyaanni bara haaraa saba Halaabaa kanarratti nyaanni fi uffataalee aadaa sabichaa agarsiisaf dhiyaachaa jira jedhame.

Sirni kabaja ayyaannichaa Yuuneksoorratti akka galmaa'u tattaaffiin taasiifamaa jiraachuu Bulchaan Godinichaa Dooktar Mahaammad Nuuriyyeen ibsaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015