Gaazexeesituu Hermeellaa Argaawwii Finfinnee galte.

64

Mudde, 27/2014(TOI) - Gaazexeesituu Hermeellaa Argaawwii Finfinnee galte.

Hermeellaan yeroo buufata xayyaara idil addunyaa Boolee geessuu hoggantoonni ministeera dhimma alaa fi keessummoonni biroon simataniiru.

Gaazexesituu Hermeellaan teessoo ishee Ameerikaa taasifachuun dhiibba seera maleessa Itoophiyaa irratti taasifamu mormaa turte.

Hermeellaan waamicha Ministirri Muummee doktar Abiy Ahimad diyaaspooraa Itoophiyaa, dhalootaan Itoophiyaa fi michuuwwan Itoophiyaa akka gara biyyaa dhufan taasisan hordofuun dhufan keessa ishee tokkodha.

Itoophiyaa haa misoomsinu, haa ijaarru, haa qophoofnu!

Biyya karaa itti fufinsa qabuun haa misoomsinu!

Kan diigame kan duraa caalchifnee haa ijaarru!

Qormaata kamiifiyyuu haa qophoofnu!

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015