Magaalaa Beddelleetti Mariin Hawaasa Walin Taasifamaa Jira - ENA Afaan Oromoo
Magaalaa Beddelleetti Mariin Hawaasa Walin Taasifamaa Jira
137
Beddellee Bitootessa 27/2011 Ministirri muummee doktar Abiyyi Ahimad fi pirezidaantiin mootumma naannoo Oromiyaa hawaasa godina Buunnoo Beddellee waliin misooma magaalaa Beddelleerratti marii adeemsisaa jiru.
Marii hawaasa waliin guyyaa har'aa adeemsifamu kana irratti jiraattota godina Buunnoo Beddellee, abbootii gadaa, abbootii amantaa, qeerroo godina Buunnoo Beddellee dabalatee ummani lakkofsisaa kuma 1 fi 500 ol ta'u hirmaachaa jira.
Hawaasni godinichaas gaaffii adda addaa Anga’oota motuumma kanneeniif kassa jira.