Daandiin qilleensicha Afrikaatti badhaasa isaa jalqabaa kan ta'e fudhate.

78

Mudde, 15/2014(TOI) - Afrikaatti industirii aveeshinii isa guddaa kan ta'ee Daandiin qilleensaa Itoophiyaa Afrikaatti isaa jalqabaa kan ta'e damee loojitikiin badhaasa waraqaa ragaa Waldaa geejiba qilleessa idil addunyaarra fudhate.

Daandiin qilleensichaa ibsa TOI ergeen akka beeksiseetti badhaasichi geetibaa si'aataa fi mikaa'aa Faarmasiyutikaa akka qabatuuf ni gargaara.

Waraaqaan ragaa kun Aviyeeshinii keessatti industirii lojistikiiwwanii addunyaarratti beekamtii sadarakaa ciminaa isa olaanaa dha jedhameera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015