‘Imaala diyaaspooraa Miiliyoona tokko gara biyyaattiin' kanneen gara biyyaa dhufan yeroo Elekitiroonikis Viisaa guutaan namoota isaan waliin dhufan sirni ittiin dalabataan galmeessanii guutaan diriirereera. - ENA Afaan Oromoo
‘Imaala diyaaspooraa Miiliyoona tokko gara biyyaattiin' kanneen gara biyyaa dhufan yeroo Elekitiroonikis Viisaa guutaan namoota isaan waliin dhufan sirni ittiin dalabataan galmeessanii guutaan diriirereera.
Mudde, 15/2014(TOI) - ‘Imaala diyaaspooraa Miiliyoona tokko gara biyyaattiin' kanneen gara biyyaa dhufan yeroo Elekitiroonikis Viisaa guutaan namoota isaan waliin dhufan sirni ittiin dalabataan galmeessanii guutaan diriirsuu isaa Ejensiin immigirashiniifi , lamummaa beeksise.
Ministirri Muummee doktar Abiy Ahimad diyaaspooraan miiliyoona tokko haga mudde 29/2014 akka gara biyyaa dhufaan waamicha yeroo taasisaan maatii,firootafi hiriyoota isaaniis qabatanii akka dhufan waamicha taasisuun isaanii ni yaadatama.
Haaluma kanaan diyaaspooraan gara biyyaa dhufuuf yeroo gaaffii Viizaa gaafatan guchin qophaa'e qofaatti ta'uu isaarran kan ka'e keessumaa qabatanii dhufaan waliin walitti dhufeenyi qaban maal akka ta'e kan ibsu guchicha kana irra waan hin jirreef diyaaspooraan kennisa tajaajila irraatti akka rakkataan hubachuu ejensichi beeksiseera.
Rakkoo umame kana furuuf diyaaspooraan gaaffii Viizaa gaafatan marsariitii support@evisa.gov.et jedhurra galuun maatii fi hiriyaa qabatanii dhufaan maqaa guutuu, lakkoofsaa Paaspoortii fi lakkoofsa iyyaata Viizaa Itoophiyaa guutuun karaa imeelii gaaffii Viizaa dhiheesuun tajaajilicha argachuu akka danda'an beeksiseera.
-Naannoo kee eegi!
-Gara adda waraanaatti duul!
-Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggari!