Doktar Liyaa Taaddasaa miseensoota diyaaspooraa meeshalee yaala fayya deeggarsaan walitti qabaa jiran galateeffatan.

63

Mudde, 9/2014(TOI) - Ministirri Fayyaa doktar Liyaa Taaddasaa miseensoota diyaaspooraa Itoophiyanoota, dhalatoota Itoophiyaa fi michuuwwan Itoophiyaa meeshalee yaala Fayyaaf oolan deeggarsaan walitti qabaa jiran galateeffatan.

Doktar Liyaan ''Isiiniifi kanneen Itoophiyaa jaalatan hundaa waliin ta'uun dhaabbilee fayyaa manca'an yeroo gabaabaa keessatti deebisnee akka dhaabnu hin shakku'' jechuun ergaa isaanii dabarsaniiru.

Ogeeyyiin fayyaa Kanaadaa Otowaa fi Kagilaar jiraatan waamicha Ministira Muummee doktar Abiy Ahimad hordoofuun gara biyyaa yeroo dhufanitti qorichoota adda addaa qabatanii akka dhufan ni yaadatama.

- Naannoo kee eegi!

- Gara adda waraanaatti duuli!

- Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggari!

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015