Galiin qarshii biliyoonni 53 ol walitti qabame - ENA Afaan Oromoo
Galiin qarshii biliyoonni 53 ol walitti qabame
50
Sadaasa, 8/2014(TOI)- Baatii Onkololeessaa qofatti qarshii biliyoona 56, miliyoona 588fi kuma 899 ol walitti qabuuf karoorfamee, qarshii biliyoonni 53, miliyoonni 906fi kumni 800 ol walitti qabamuu Ministeerri Galiiwwanii ibse.
Galii bara darbe yeroo walfakkaatuun yoo madaalame qarshii biiliyoona sagaliifi miiliyoona 657 ol caalmaa qabaachuu Ragaan Ministeericharraa argame ni mul’isa.
Naannawa keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!