Magaalaa Finfinneetti dargaggoonni kuma 2 ol ta'an haala yeroorratti mari'ataa jiru. - ENA Afaan Oromoo
Magaalaa Finfinneetti dargaggoonni kuma 2 ol ta'an haala yeroorratti mari'ataa jiru.
65
Sadaasa 04/2014(TOI) - Magaalaa Finfinneetti dargaggoonni kuma 2 ol ta'an haala yeroorratti mari'ataa jiru.
Kutaa Bulchiinsa magaalaa Finfinnee hundarraa kan walitti dhufan dargaggoonni kuma 2 ol ta'an haala yeroorratti mari'achaa jiru.
Marii kanarratti hoggantoonni olaanoo Federaalaa, Magaalaa Finfinnee fi keessummooti afeeraman himaataa jiru.