Hiriira garee shororkeessitoota ABUT fi Shanee balaaleffachuuf magaalaa Finfinneetti taasifameerratti argamuu Kantiibaan magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee haasaa taasisaniiru

50

Hiriira garee shororkeessitoota ABUT fi Shanee balaaleffachuuf magaalaa Finfinneetti taasifameerratti argamuu Kantiibaan magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee haasaa taasisaniiru.

Haasaa aaddee Adaanech Abeebee taasisaan keessaa muraasni,

?Nama dhuunfaa ta'uurra maatii ta'uun, Maatii ta'uurra hawaasa ta'uun, Hawaasa ta'uurra Uummata ta'uun, Uummata ta'uurra Biyya ta'uun salphaadha.

? Biyyi tokkittidha jijjiirraa hin qabdu, biyyi nagaa hin qabdu yoo ta'e nutiis nagaa hin qabnu.

? Birmadummaa biyyaa yoo cabee uummannis ni caba, Birmadummaan biyyaa yoo cabe bilisummaan fi haqni hin jiru.

? Birmadummaa biyya keenyaa kabachiisuuf har'as dhaallonni keenya kutatoodha.

_ Naannoo kee eegi!
Gara adda waraanaatti duuli Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggari!

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015