Yuunivarsiitiin Dirre dawaa baratoota gosa barnoota adda addaan barsiisaa ture kuma 3 fi 500 ol eebbise. - ENA Afaan Oromoo
Yuunivarsiitiin Dirre dawaa baratoota gosa barnoota adda addaan barsiisaa ture kuma 3 fi 500 ol eebbise.
129
Onkololeessa 27/2014 (TOI)- Yuunivarsiitiin Dirre dawaa baratoota gosa barnoota adda addaan barsiisaa ture kuma 3 fi 500 ol eebbise.Yuunivarsiitichii bartoota barnoota idilee, kan yeroo gannaafi galgalaa barsiisaa ture digirii jalqabaa fi lammaaffaan eebbise.
Yuunivarsiitichi yeroo 13ffaa baratoota eebbisaa kan jiru yoo ta'u kanneen har'a eebbifaman keessaa kumni tokko dubartoota jedhameera.
Eebba baratootaa kanarratti bordiin yuunivarsiitii Dirree dawaa,hoggantoonni yuunivarsiitichaa fi Magaalaa Dirree dawaa argamaniiru jedhameera.
Naannoo kee eegi
Gara adda waraanaatti duuli.
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggari