Humni qilleensaa Itoophiyaa Magaalaa Maqaleetti jiddugala leenjii waraanaa ABUT biroo haleele.

74

Finfinnee, Onkololeessa 12/2014 (TOI) –Humni qilleensaa Itoophiyaa Magaalaa Maqaleetti jiddugala leenjii waraanaa ABUT biroo haleelamuun ibsame.

Iddichi giddugala leenjii garee shororkeessaa ABUT osoo hin ta’in dura Giddugala Leenjii Raayyaa Ittisaa kan ture ta’uu ibsameera.

Yeroo ammaa garichi leenjii loltummaa fi qunnamtii hariiroo waraanaa taasiisuun itti fayyadamaa jiraachuu ragaan Fuula qulqulleessa ragaa haala yeroorraa argame ni muul’isa.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015