Ministirri muummee Kooriyaa Kaabaa gita isaanii Ministira muummee dooktar Abiy Ahimadiif ergaa baga gammaddanii dabarsan

72

Finfinnee, Onkololeessa 5/2014 (TOI) – Ministirri Muummee Kooriyaa Kaabaa Kiim Took Huun gita isaanii Ministira Muummee FDRI Itoophiyaa Dooktar Abiy Ahimadiif Itoophiyaatti hundeeffamaa mootummaa haara Fulbaana 24/2014 gaggeeffameen Ministira Muummee Itoophiyaa ta’uun muudamuu isaaniif erga baga gammadanii dabarsaniiru.