Jilli MM dooktar Abiy Ahimadin durfamu aanaa Shashamanneetti omisha boloqqee kilaastraan misoome daawwachaa jira.

80

Onkolooleessa 04/1214(TOI)- Jilli Ministira Muummee FDRI Dr. Abiyyi Ahimadiin durfamu Godina Arsii Lixaa aanaa Shaashamanneetti oomisha boloqqee kilaastraan misoome daawwachaa jira.

Qonna ammayyeessuuf hojiin Naannoon Oromiyaa hojjetaa jiru jalqabbii gaarii akka ta'e Ministira Muummee FDRI Dr. Abiyyi Ahimad himaniiru.

Qonna keenya jijjiiruuf hojiin bishaan irratti hojjetamus murteessadha jedhan.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015