Pireezdaanit Saahilawariq Ambaasaaddaroota yeroo hojii isaanii xumuran gaggeessan

60

Finfinnee, Fulbaana 3/2014 (TOI)- Pireezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Ambaasaddaroota biyyoota adda addaa yeroo hojii isaanii xumuraniif gaggeessaa taasisan.

Haaluma kanaan Itoophiyaatti Ambaasaddara Gamtaa Afrikaa fi Liigii Arabaa kan turan Saaleeh Saahibuunii fi Itoophiyaatti Ambaasaaddara Kootdivaar Yaappil Koofiin gaggeessuu isaanii ragaan Waajjira pireezdaantii FDRI irraa argame ni muul’isa.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015