Guyyaan Alaabaa hara'a yeoo 14ffaa ni kabajama. - ENA Afaan Oromoo
Guyyaan Alaabaa hara'a yeoo 14ffaa ni kabajama.
69
Onkololeessa 1/2014 (TOI) - Guyyaan Alaabaa hara'a yeoo 14ffaa ni kabajama.
Guyyichi mata duree 'Boqonnaa haaraa birmadummaa guutuun olka'iinsa Alaabaa keenyaaf' kan jedhuun akka kabajamu manni maree bulchiinsa magaalaa Finfinnee beeksiseera.