Aanaa Baabbileetti manni barnoota sadarkaa 2ffaa birrii miiliyoona 36 ijaaramee eebbifame

62

Fulbaana 27/2014(TOI)- Jilli Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Harargee baha Aanaa Babbileetti Mana Barnootaa Ifa Buruu Sadarkaa 2ffaa Waayyuu Kan Birrii miliyoona 36 oliin ijaaramee eebbifame.

Sirna Eebba Mana Barnoota kana irraattii pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimellis Abdiisaa , Af yaa'ii Caffee Oromiyaa aadde Sa’aadaa Abdurahamaan , Pirezidaantii Naannoo Somalee Obbo Musxafee Mohammed , Pirezidaanti Naannoo Hararii Obbo Ordiin Badirii , Itti gaafatamaa Wajjira Paarartii Badhaadhinnaa Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaa dabaltee anga'oonni olaanoon Federaalaa fi Naannolee argaman.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015