Pireezdaantii Naayijeeriyaa Muhaammad Buhaariif gaggeessaan taasiifame

57

Finfinnee, Fulbaana 25/2014 (TOI) – Sirna hundeeffama mootummaa haaraa Itoophiyaarratti kan hirmaatan Pireezdaantiin Naayijeeriyaa Muhaammad Buhaariin gara biyya isaanii deebi’aniiru.

Ministirri Muummee FDRI dooktar Abiy Ahimad Pireezdaantii buufata Xiyyaaraa idile addunyaa Booleetti argamuun gaggeessuu isaanii ragaan Waajjira Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni muul’isa.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015