Pirezidaantiin Jibuutii Ismaa’eel Omar Giilee Finfinnee galan

59

Finfinnee,Fulbaana 24/2014(TOI)- Pirezidaantiin Jibuutii Ismaa’eel Omar Giilee hundeeffama haaraa mootummaa Itoophiyaatti gaggeeffamaa jirurratti argamuuf har’a Finfinnee galan.

Pirezidaantichi buufata xayyaaraa idil addunyaa Boolee yeroo ga’anitti deetaan ministira dhimmi alaa ambaasaddar Burtukaan Ayyaanoo , ministirri maallaqaa obbo Ahmad Shidee fi ministirri barnoota doktar injiinar Geetaahuun Makuriyaa simataniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015