Pirezdaantiin Rippaabilka Somaaliyaa Muhaammad Abdullaahii Farmaajoo Finfinnee galan.

84

Fulbaana 24,2014(TOI) - Itoophiyaatti Sirna hundeeffama mootummaa haaraa guyyaa har'aa raawwatamu irratti argamuuf keessummoonni hoggansi biyyoota gara garaa gara Itoophiyaa dhufaa jiru.

Pirezedaantiin Rippaabilika Somaaliyaa Muhaammad Abdullaahii Farmaajoo hundeeffama Mootummaa Itoophiyaa haaraa guyyaa har'aa raawwaturratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.

Pirezedaant Muhaammad Abdullaahii Farmaajoo wayita Buufata xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee ga'an jila Ministira Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen durfamuun simatamaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015