Dooktar Abiy Ahimad Ministiraa Mummee FDRI ta’uun mooggafaman - ENA Afaan Oromoo
Dooktar Abiy Ahimad Ministiraa Mummee FDRI ta’uun mooggafaman
58
Finfinnee, Fulbaana 24, 2014 (TOI) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 6ffaa gaggeessaa jiruun dooktar Abiy Ahimad Ministiraa muummee FDRI taasiisuun mooggase.
Dooktar Abiy Ahimad Muummee Ministiraa FDRI ta’uun kakuu raawwataniiru.