Lammiileen Itiyoophiyaafi dhalattoonni Itiyoophiyaa Jarmaan Istuutigaartifi naannawaa ishii jiraatan Hidha haaromsaa guddicha Itoophiyaaf gargarsaa Yuuroo kuma 8fi 400 walitti qabuun ibsame.

63

Finfinnee,Fulbaana 19/2014(TOI)-Lammiileen Itiyoophiyaafi dhalattoonni Itiyoophiyaa Jarmaan Istuutigaartifi naannawaa ishii jiraatan dhimma waaqtawaa biyyaarratti mari’achuun Yuuroo kuma 8fi 400 walitti qabuun ibsame.

Waltajjiin marii kun Jarmanitti Eergamaa addaafi Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Muluu Salamoon bakka argamanitti kan gaggeeffame yoo ta’u, hawaasni naannawaa Istuutigaarti,

Hidha Haaromsaa Guddicha Itiyoophiyaaf deeggarsa maallaqaa walitti qabuun ibsame.

Deeggarsi taasifames mallaqaa, Boondiifi galii gurgurtaa maxxansalee adda addaa irraa argamee yoo ta’uu waliigalatti Birrii kuma 400fi kuma 53fi 684 waliitti qabamuun ibsameera.

Hirmaattonni marichaas deeggarsa taasisaniin dabalataan dhaabbiin ji’aan deeggarsa kan taasisaan ta’uu mirkaneessaniru.

Waajjira Dubbi Himaa Ministeera Dhimma Alaa oddeeffanne.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015