Caffeen Oromiyaa yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii caffee 6ffaa isaan Af-yaa'ii fi itti aanaa af-yaa'ii muudeera.

138

Finfinnee, Fulbaana 15, 2014(TOI) Caffeen Oromiyaa yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii caffee 6ffaa isaan Af-yaa'ii fi itti aanaa af-yaa'ii muudeera.

Haaluma kanaan Af-yaa'ii caffee aaddee Saa'adaa Abduramaan,Obboo Eliyaas Uummataa itti aanaa af-yaa'ii Caffee Oromiyaa taasisuun muudera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015