Kantiibaa Itti Aantuun Magaalaa Finfinnee Aaddee Adaanacha Habeebee manneen 9 haaroomsii taasifameef dabarsani jiraattootaaf kennaniru.

67

Finfinnee,Fulbaana 15/2014(TOI)- Kantiibaa Itti Aantuun Magaalaa Finfinnee Aaddee Adaanacha Habeebee manneen 9 haaroomsii taasifameef dabarsani jiraattootaaf kennaniru.

Manneen kunneen hojii Tajaajila lammummaa gannaatiin kan Abbaa Taayitaa Bishaafi Dhagala’aa Magaalaa Finfinneen haaroomsamanidha jedhameera.

Aaddee Adaanach, Kutaa Magaalaa Lammii Kuraa Aanaa 8tti argamuun manneen haroomsi taasifameef manguddootaafi harka qalleeyyi tahaniif manneen kanneen dabarsani kennaniru. Kennaa ayyaana itti olaniis Aaddee Adaanach kennaniru.Waajjira pireesi seekreetiriyaati magaalichaa odeeffanne

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015