Ajajaan zoonii kibbaa Shanee qabsoo karaa nagaatti deebi'an

109

Finfinnee, Fulbaana 10/2014(TOI)- Ajaajaan hidhatoota Shanee zoonii Kibbaa obbo Goollicha Dhengee qabsoo karaa nagaa geggeessuuf gara qabsoo nagaatti deebi'uun himame.

Obbo Goollicha Dhengee waggoota 14'f garee kana zoonii kibbatti hoogganaa turuun himameera.

Yeroo ammaa bilisummaa fi walqixxummaa gama dimookiraasiin Itoophiyaa keessatti argamee hordoofuun karaa nagaa qabsaa'uuf murteessuu himeera.

Waliigaleetee Shaneen ABUT waliin taasisee bosona keessaa ta'ani mormaa kan turan ta'uu kan himan obbo Goollichi, Oromiyaa dabalatee sadarkaa biyyaatti filannoon Itoophiyaatti geggeeffamerratti Ummaanni Oromoo bilisummaan kan hirmaatedha jedhaniiru.

Ummaanni mootummaa filateen buluu qaba jechuunis Bosona keessa turanii bahaanii gara uummatatti dabalamuu maddeen isaatti dheehenya qaban himaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015