Aanaa Laayi Gaayinit magaalaa Nifaas mawucaatti dargaggoota garee shororkeessaaa ABUT'tiin lubbuun isaanii darbee 50'f sirni yaadannoo taasifameefira.

64

Finfinnee, Fulbaana 6/2014(TOI)- Aanaa Laayi Gaayinit magaalaa Nifaas mawucaatti dargaggoota garee shororkeessaaa ABUT'tiin lubbuun isaanii darbee 50'f sirni yaadannoo taasifameefira.

Sirnichi akkaataa aadaa naannawwichatti kan raawwate yoo ta'u garee shororkeessaa ABUT dhabamsiisufis akka hojjetaan sirna yaadannoo kanarratti waada galaniiru.

Gareen shororkeessaa ABUT weraraa naannoo Amahaara fi Affaritti geggeessen lammilee nagaa ajjesuun kaan immoo qe'eefi qabeenya isaaniirra buqqisuun qabeenya barbadeessuu fi saamicha raawwateera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015