Mootummaa Ameerikaa deeggarsa talaalli Vaayirasii Koroonaa dabalataan Itoophiyaaf taasise.

141

Finfinnee,Fulbaana 05/2013(TOI)- Mootummaa Ameerikaa deeggarsa talaalli Vaayirasii Koroonaa dabalataan Itoophiyaaf taasise.

Deeggarsii dabalataan taasifame kunis doozii Kuma 300fi kuma lama gumaa ta’uu Imbaasiin Ameerikaa Itoophiyaatti argamu himeera.

Itoophiyaatti, Imbaasiin Ameerikaa akka himeetti, deeggarsa dabalataa Itoophiyaaf talaalli Joonsaan fi Joonsaan jedhamu doozii kuma 300fi kuma lamaafi 400 tahuu taasiseera.

Deeggarsi kunis kan ammaa dabalatee doozii miliyoona 1.6 yoo tahu waadaa Ameerikaan Afrikaaf doozii miliyoona 25 dhiheesuuf galtee keessaa akka tahe imbaasichi beeksiseera.