Magaalaa Gondoritti mana nama dhuunfaa tokkotti meeshaleen waraanaa seeraan alaa to'ataman. - ENA Afaan Oromoo
Magaalaa Gondoritti mana nama dhuunfaa tokkotti meeshaleen waraanaa seeraan alaa to'ataman.
71
Finfinnee, 5/2014(TOI)-Naannoo Amahaaraa magaalaa Gondoor ganda 18 tti mana nama dhuunfaa meeshaa waraana seeran ala daddabarsu tokkootti rasaasni qawwee kilaashii 4978 fi rasaasni Bireenii 2790 to'annaa seeraa jala oolera.
Rasaasoota kana to'annaa seeraa jala oolichuun kan danda'ame Tajaajila odeeffannoo fi nageenya biyyaaleessa fi Poolisiin Naannoo Amahaaraa waliin ta'uun hojii hojjetaniin