Qaammeen 5, Guyyaan missirraachoo Injifannoo kabajamaa jira

64

Finfinnee, Qaammee 5/2013 (TOI) - Qaammeen 5, Guyyaa missirrachoo Injifannooti jedhan Itti aantuun kaantiibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee.

Baga guyyaa Injifannoon isin ga'e jechuun ergaa dabarsaniiru. Bulchiinsi magaalaa Finfinnee guyyaa ergaa waadaa itti dabarsu ta'uu ibsaniiru.

Guyyaa kun teeteewwan garaagaraan kabajamee kan oolu ta'uu eeraniiru. Qaammeen 5, guyyaa hundi keenyaa, manni keenya, magaalaa fi biyyi keenyaa missiraachoo injifannoo itti dhageessifnu ta'a jedha.

Barri haaraan bara injifannoo, nageenyaa, jaalalaa fi gammachuu akka ta'uu hawwii qaban ibsaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015