Daandiin xiyyaara Itiyoophiyaa Afriikaarratti Daandii qilleensaa filatamaa ta'uun badhaasa argate

57

Finfinnee Bitootessa 17/2011 Yaa'ii koree hojjii gaggeesituu Ruwaandaa magaalaa Kigaaliiti gaggeeffamaa jiru irratti daandiin xiyyaara Itiyoophiyaa "Daandii qilleensaa filatamaa" ta'uun badhaasa argaate.

Daandiin xiyyaarichaa ibsa baseen akka jedhetti, badhaasichi dhaabbata paan Afriikaa dhugaaf beekamtii Paan Afriikummaa kennamedha jedhera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015