Baaqelaa kun 800 qabame

73

Finfinnee, Hagayya 18/2013(TOI) - Finfinnee, Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti baaqelaa kuntaalli 800 seeraan alaa kuufamee ture to’achuu poolisiin magaalattii beeksise.

Kutaa nagaalicha aanaa 3 bakka addaa “Tashoomaa Caakkaa” jedhamutti mana kuusaa nama dhuunfaa keessatti midhaan kuufamee jiraachuu eeruu hawaasa dhaqqabeen sakkata’insa taasifameen baaqelaa kuntaalli 800 argamuu poolisiin himeera.

Nama dhuunfa gocha kana raawwate to’annoo seeraa jala oolchuun qorannoon taasifamaa jira jedhame.

Hawaasni sosochii seeraan alaa kamuu wayita argu poolisiif eeruu kennuu akka qabu hubachiifameera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015