Jilli Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii 20 gadii Keeniyaatti qophaa'erratti hirmaachaa ture Finfinnee gale

80

Finfinnee, Hagayya 17/2013 (TOI)- Jilli Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii 20 gadii Keeniyaatti qophaa'erratti hirmaachaa ture Finfinnee gale

Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii 20 gadii Keeniyaatti dorgomamaa tureen gareen Itoophiyaa Meedaaliyaa 12 argachuun addunyaarraa sadarkaa 4ffaan xumuraniiru.

Jilli kun wayita Buufata Xayyaara Idil Addunyaa Boolee yoo gahu simannaan taasifamefira.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015