Hojjettoonni lubbuu baraaraan baqattoota 700 ol galaana ce’anii imalaa turan baraaraan

93

Finfinnee, Adooleessa 26/2013 (TOI)- Hojjettoonni lubbuu baraaraan baqattoota 700 ol galaana ce’anii imalaa turan baraaraaniiru.

Baqattoota 700 ol qarqaraa Libiiyaa fi Maaltaa galaana ce’anii imalaan tura hojjettoota lubbuu baraaraniin baraaramaniiru.

Torbee kana baqattoonni qarqaraa Libiiyaa fi Maaltaa galaanaa Meeditriniiyaan ce’anii gara Awurooppaa seenuuf yaalaa turan jedhameera.

Bara kana yaalii wal fakkataa taasifameen lubbuun namoota 900 darbeera.

Maddi:-BBC

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015