Dargaggoota magaalaa Dirree Dawaa raayyaa ittisa biyyatti makamaniif gaggeessaan taasifame

107

Finfinnee, Adooleessa 25, 2013 (TOI)- Dargaggoota magaalaa Dirree Dawaa raayyaa ittisa biyyatti makamaniif gaggeessaan taasifameera.

Dargaggoota magaalaa Dirree Dawaa hojii biyya diiguu gareen shororkeessaa ABUT ittisuuf raayyaa ittisa biyyaatti makamiiniif gaggeessan kan taasifamee.

Sagantaa gaggeessichaarratti itti aanaan kantiibaa magaalaa Dirree Dawaa obbo Kadir Jawaar fi keessummoonni waamichi taasifameef argamuu ragaan poolisiin magaalaa Dirree Dawaarra argamee ni muul’dhisa.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015