Dooktar Iyyoob Takkaaliny hoji raawwachiisa olaanaa Saafaarikoom Itoophiyaa waliin mari’atan - ENA Afaan Oromoo
Dooktar Iyyoob Takkaaliny hoji raawwachiisa olaanaa Saafaarikoom Itoophiyaa waliin mari’atan
70
Finfinnee, Adooleessa 23/2013 (TOI)- Ministirri Deettaan Ministeera Maallaqaa Dooktar Iyyoob Takkaaliny hoji raawwachiisa olaanaa Saafaarikoom Itoophiyaa Anwaar Koosaa waliin mari’atan.
Mariisaaniin Paartineeship Foor Itoophiyaa Saafaarikoom sadarkaa irra jiruu fi hojiiwwan gara fuladuraarratti mari’ataniiru.
Wa'ee Dinagdee Kaappitalaa, Seektara telekom irratti sirna gabaa bilisaa fi dorgoomaa ta'uun Itoophiyaaf bu'aa inni qaburratti mari'ataniiru.