Tuuniziyaatti weerara Covid -19 walqabatee mormii ka’een Muummeen Ministiraa biyyattii aangoo gadi dhiisan

64

Finfinnee, Adooleessa 19/2013 (TOI) - Tuuniziyaatti weerara Covid -19 walqabatee mormii ka’een Ministirri muummee biyyattii aangoo gadi dhiisuu isaanii ibsame.

Weerara vaaryrasii koroonaa ittisuuf tarkaanfii mootummaan biyyatti fudhate mormuun lammiilee hedduun addabaabayiitti ba’aniiru.

Mormii kana hordofee Pireezdaantiin biyyattii Kaa’iis Saa’eed Ministira muummee Biyyattii Hiikeem Miichiichii aangoorraa kaasaniiru.

Mormitoonni garuu tarkaanfiin Pireezdaantichaa fonqolcha mootummaa ta’uu ibsaa jiru.

Maddi:-BBC

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015